Category Faayinaansii fi Daldala

Maallaqa Dijitaalaa | Cryptocurrency

Qabiyyee barruudha Hiika Maallaqa Dijitaalaa (Cryptocurrency) Maallaqni dijitaalaa maallaqa teeknooloojii bilookicheenii fayyadamuun dijiitaalaan daldalamee fi kuufame, akkasumas kirpitoogiraafii (cryptography) fayyadamuun eegamudha. Maallaqni dijitaalaa harki caalaan isaa karaa neetworkii giddugaleessa hin taane (decentralized) kan hoogganamu yoo ta’u, mootummoota ykn baankota giddugaleessaatiin…

Dabalata DubbisaaMaallaqa Dijitaalaa | Cryptocurrency